Iyyoob 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+ Iyyoob 38:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Urjiileen ganamaa+ yommuu waliin ililchan,Ilmaan Waaqayyoo*+ hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte? 2 Pheexiros 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Waaqayyo maleekota warra cubbuu hojjetan+ adabuu irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa, Inxoroxoos*+ keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee* murtiidhaaf isaan kaaʼeera.+ Yihudaa 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+
6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+
7 Urjiileen ganamaa+ yommuu waliin ililchan,Ilmaan Waaqayyoo*+ hundis gammachuudhaan yommuu iyyan ati eessa turte?
4 Waaqayyo maleekota warra cubbuu hojjetan+ adabuu irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa, Inxoroxoos*+ keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee* murtiidhaaf isaan kaaʼeera.+
6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+