LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 ilmaan Waaqa dhugaa*+ ijoolleen durbaa ilmaan namootaa babbareedoo akka taʼan hubatan. Kanaafuu, warra filatan hundumaa fudhatanii haadhotii manaa godhatan.

  • 1 Mootota 22:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge.

  • Iyyoob 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+

  • Iyyoob 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis Yihowaa dura dhaabbachuuf isaan gidduu ni seene.+

  • Faarfannaa 89:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Samiiwwan keessatti Yihowaa wajjin wal gituu kan dandaʼu eenyu?+

      Ilmaan Waaqayyoo keessaa hoo+ kan akka Yihowaa eenyu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi