LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yaa Ximotewos, dubbii gatii hin qabne isa wanta qulqulluu mormuu fi yaadawwan wal faallessan warra sobaan “beekumsa” jedhaman irraa fagaachuudhaan+ wanta imaanaadhaan sitti kenname jabeessii eegi.+

  • 2 Ximotewos 2:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Dubbii faayidaa hin qabnee fi wanta qulqulluu taʼe mormu irraa fagaadhu;+ sababiin isaas, wanti akkasii caalaatti Waaqayyoon tuffachuutti nama geessa; 17 dubbiin namoota akkasii akka gaangiriiniitti* babalʼachaa deema. Hemenewoosii fi Filexoos isaan keessaa tokko dha.+ 18 Namoonni kun duʼaa kaʼuun kanaan dura taʼeera+ jedhanii dubbachuudhaan dhugaa irraa jalʼataniiru; amantii namoota tokko tokkoos diigaa jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi