LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yaa Ximotewos, dubbii gatii hin qabne isa wanta qulqulluu mormuu fi yaadawwan wal faallessan warra sobaan “beekumsa” jedhaman irraa fagaachuudhaan+ wanta imaanaadhaan sitti kenname jabeessii eegi.+

  • Tiitoo 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Wanti dubbatame kun dhugaa dha. Kanaafuu, balleessaa isaanii cimsii isaan hubachiisi. Kunis amantiitti jaboo* taʼuudhaan 14 oduu durii Yihudootaa fi ajaja namoota dhugaa irraa garagalaniitiif xiyyeeffannaa akka hin kennine isaan gargaara.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi