LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 3:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaafuu, boonuuf sababii qabnaa ree? Sababii hin qabnu. Seera isa kamtu nu dhowwa? Seera hojii tii?+ Lakki! Kanaa mannaa, seera amantii ti.

  • 1 Qorontos 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ani Waaqayyo duratti seera malee kanan hin jiraannee fi Kiristoos duratti seera jala kanan jiru yoon taʼe iyyuu, warra seera hin qabne gargaaruuf, warra seera hin qabneef akka nama seera hin qabneen taʼe.+

  • Galaatiyaa 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Baʼaa walii baachuu keessan itti fufaa;+ karaa kanaan seera Kiristoos ni raawwattu.+

  • Qolosaayis 2:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kana malees, isin sababii cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon keessan dhaqna waan hin qabamneef duutanii kan turtan taʼus, Waaqayyo isaa wajjin jiraataa isin godheera.+ Balleessaa keenya hundas gaarummaadhaan nuuf dhiiseera;+ 14 akkasumas seera harkaan barreeffame+ isa labsiiwwan qabatee+ fi nu mormu+ sana haqeera.* Muka dhiphinaa* irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa irraa kaaseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi