3 Seerichi cubbuu namootaatiin kan kaʼe dadhabaa waan taʼeef,+ cubbuu balleessuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Waaqayyo cubbuu balleessuuf Ilma isaa+ fakkeenya namoota cubbuu dhaalaniitiin+ ergeera; kana gochuudhaanis cubbuu foon keessa jirutti murteessa;