-
Baʼuu 25:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Isaan muka laaftoo irraa taabota* dheerinni isaa dhundhuma* lamaa fi walakkaa, dalgi isaa dhundhuma tokkoo fi walakkaa, ol dheerinni isaas dhundhuma tokkoo fi walakkaa taʼe ni tolchu.+ 11 Atis warqii qulqulluudhaan isa ni uwwista.+ Keessa isaa fi ala isaa ni uwwista; gara oliitiin qarqara isaatti naannessitee ittisa* warqii itti tolchita.+
-