-
Leewwota 24:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Aaron dunkaana walgaʼii keessatti, golgaa Dhugaa Baatuu sanaa irraa gara alaatti ibsaawwan sun galgalaa jalqabee hamma ganamaatti Yihowaa duratti akka ifan ni godha. Kun, guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha. 4 Inni yeroo hunda Yihowaa duratti ibsaawwan sun baattuu ibsaa+ warqii qulqulluu irraa tolfame irra tarree galanii akka taaʼan haa godhu.
-