33 Achiis isaan godoo qulqulluu+ sana, jechuunis dunkaanichaa+ fi miʼawwan isaa hundumaa gara Museetti fidan; wantoonni isaan fidan kanneen kana turan: wal qabsiistuuwwan+ isaa, maqaaniiwwan+ isaa, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan isaa, miiloowwan isaa warra uraa qaban,+