-
Lakkoofsa 19:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Isaan nama xuraaʼe sanaaf daaraa aarsaa cubbuu isa gubame sana irraa muraasa fuudhanii miʼa tokko keessa godhanii bishaan burqaa isa irratti haa naqan.
-
-
Lakkoofsa 19:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Namni qulqulluu taʼe sun guyyaa sadaffaattii fi guyyaa torbaffaatti nama xuraaʼe sana irratti bishaanicha ni facaasa; guyyaa torbaffaattis namicha cubbuu irraa ni qulqulleessa;+ achiis namichi uffata isaa ni miiccata; qaama isaas bishaaniin ni dhiqata; galgalas qulqulluu ni taʼa.
-