19 Seerichi wanti tokko illee mudaa kan hin qabne akka taʼu hin goone;+ abdiin inni caaluu+ fi karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaannu+ kennamuun isaa garuu kana gochuu dandaʼeera.
9 Dunkaanni kun yeroo ammaatiif fakkeenya dha;+ akka qophii kanaattis kennaawwanii fi aarsaawwan ni dhihaatu turan.+ Taʼus, wantoonni kun qalbiin nama tajaajila qulqulluu dhiheessu sanaa guutummaatti qulqulluu akka taʼu gochuu hin dandaʼan.+