Zakkaariyaas 6:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Mana qulqullummaa Yihowaa kan ijaaru isa dha; ulfinas ni argata. Inni teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha; teessoo isaa irra taaʼees luba ni taʼa;+ lamaan isaanii gidduus* waliigalteen nagaa ni jiraata. Ibroota 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+
13 Mana qulqullummaa Yihowaa kan ijaaru isa dha; ulfinas ni argata. Inni teessoo isaa irra taaʼee ni bulcha; teessoo isaa irra taaʼees luba ni taʼa;+ lamaan isaanii gidduus* waliigalteen nagaa ni jiraata.
6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+