Uumama 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo kanatti Abrahaam adda isaatiin ni gombifame; achiis kolfaa garaa isaatti,+ “Namni umuriin isaa waggaa 100 taʼe mucaa dhalchuu ni dandaʼaa? Saaraan ishiin umuriin ishii waggaa 90 taʼe hoo daʼuu ni dandeessii?” jedhe.+ Uumama 21:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+
17 Yeroo kanatti Abrahaam adda isaatiin ni gombifame; achiis kolfaa garaa isaatti,+ “Namni umuriin isaa waggaa 100 taʼe mucaa dhalchuu ni dandaʼaa? Saaraan ishiin umuriin ishii waggaa 90 taʼe hoo daʼuu ni dandeessii?” jedhe.+
2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+