Maatewos 28:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+ 1 Qorontos 15:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Sababiin isaas, Waaqayyo “wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitaman godheera.”+ Taʼus, ‘wantoonni hundi isaaf bitamaniiru’+ yommuu jedhu, isa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhe sana akka hin dabalanne beekamaa dha.+ Efesoon 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+
18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+
27 Sababiin isaas, Waaqayyo “wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitaman godheera.”+ Taʼus, ‘wantoonni hundi isaaf bitamaniiru’+ yommuu jedhu, isa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhe sana akka hin dabalanne beekamaa dha.+
22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+