LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 6:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Guyyaa torbaffaatti akkuma lafti bariʼeen ganama bariidhaan kaʼanii, siʼa torba haaluma kanaan duraatiin magaalattiitti marsanii naannaʼan. Siʼa torba magaalattiitti marsanii kan naannaʼan guyyaa kanatti qofa ture.+

  • Iyyaasuu 6:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis yeroo xurumbaan afuufametti sabichi ni iyye.+ Sabichi sagalee xurumbaa akkuma dhagaʼeen, akkasumas akkuma iyya waraanaa dhageessiseen dallichi ni jige.+ Sana booda namoonni sun ol baʼanii, tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara fuulduraatti qajeelanii magaalattii qabatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi