1 Tasalonqee 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu. 1 Pheexiros 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+
9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu.
22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+