Roomaa 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kiristoos illee of hin gammachiisne;+ kanaa mannaa akkuma, “Arrabsoon warra si arrabsanii ana irras ni gaʼe”+ jedhamee barreeffame taʼe. 2 Qorontos 12:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, ani Kiristoosiif jedhee dadhabinatti, arrabsootti, dhabatti, ariʼatamattii fi rakkinatti guddaa nan gammada. Sababiin isaas, yeroon dadhabu yeroo sanatti humna nan qabaadha.+ 1 Pheexiros 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Maqaa Kiristoosiif jettanii yoo arrabsamtan isin gammadoo dha;+ sababiin isaas hafuurri ulfinaa, eeyyee, hafuurri Waaqayyoo isin irra ni buufata.
3 Kiristoos illee of hin gammachiisne;+ kanaa mannaa akkuma, “Arrabsoon warra si arrabsanii ana irras ni gaʼe”+ jedhamee barreeffame taʼe.
10 Kanaafuu, ani Kiristoosiif jedhee dadhabinatti, arrabsootti, dhabatti, ariʼatamattii fi rakkinatti guddaa nan gammada. Sababiin isaas, yeroon dadhabu yeroo sanatti humna nan qabaadha.+
14 Maqaa Kiristoosiif jettanii yoo arrabsamtan isin gammadoo dha;+ sababiin isaas hafuurri ulfinaa, eeyyee, hafuurri Waaqayyoo isin irra ni buufata.