Baʼuu 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+ Keessa Deebii 1:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Iyyaasuu ilma Nuun isa si fuuldura dhaabbatu+ sanatu gara biyyattiitti gala.+ Israaʼel biyyattii akka dhaalu kan godhu isa waan taʼeef, isa jabeessi.”*+)
13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+
38 Iyyaasuu ilma Nuun isa si fuuldura dhaabbatu+ sanatu gara biyyattiitti gala.+ Israaʼel biyyattii akka dhaalu kan godhu isa waan taʼeef, isa jabeessi.”*+)