Yaaqoob 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.
18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.