-
Keessa Deebii 27:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘Namni dubbii Seera kanaa hojii irra oolchuudhaan hin eegne abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
-
-
Galaatiyaa 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Warri seera eeguutti amanaman hundi abaaramoo dha; sababiin isaas, “Namni wantoota maraa kitaaba Seerichaa keessatti barreeffaman hunda eegee hin jiraanne kam iyyuu abaaramaa dha”+ jedhamee barreeffameera.
-