-
Tiitoo 3:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Dubbiin kun amanamaa dha; namoonni Waaqayyotti amanan sammuun isaanii hojii gaarii hojjechuu irratti akka xiyyeeffatu gochuu akka dandaʼaniif, dhimmawwan kana jabeessitee akka dubbattu nan barbaada. Wantoonni kun gaarii fi namootaaf faayidaa kan argamsiisani dha.
-