Roomaa 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, namni garaa isaatti amanee qajeelaa taʼa, afaan isaatiinis ifatti lallabee fayya.+ Yaaqoob 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haaluma wal fakkaatuun, amantiin hojiidhaan hin deggeramne kophaa isaatti duʼaa dha.+
10 Sababiin isaas, namni garaa isaatti amanee qajeelaa taʼa, afaan isaatiinis ifatti lallabee fayya.+