Leewwota 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha. Fakkeenya 17:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni balleessaadhaaf dhiifama godhu* hundi jaalala barbaada,+Namni dhimma tokko irra deddeebiʼee dubbatu garuu michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+
16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.
9 Namni balleessaadhaaf dhiifama godhu* hundi jaalala barbaada,+Namni dhimma tokko irra deddeebiʼee dubbatu garuu michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+