Efesoon 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, gowwoota hin taʼinaa; kanaa mannaa, fedhiin Yihowaa* maal akka taʼe hubachuu keessan itti fufaa.+ 1 Pheexiros 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+
17 Kanaafuu, gowwoota hin taʼinaa; kanaa mannaa, fedhiin Yihowaa* maal akka taʼe hubachuu keessan itti fufaa.+
7 Haa taʼu malee, dhumni wantoota hundumaa dhihaateera. Kanaafuu, sirriitti kan yaaddan taʼaa,+ kadhannaa wajjin haala wal qabateenis dammaqoo taʼaa.+