Galaatiyaa 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa obbolootaa, isin bilisummaadhaaf waamamtan; kanaafuu, bilisummaa kana jaalalaan walii keessan tajaajiluuf itti fayyadamaa+ malee, fedhii foonii hordofuuf carraa akka isiniif argamsiisu gootanii itti hin fayyadaminaa.+
13 Yaa obbolootaa, isin bilisummaadhaaf waamamtan; kanaafuu, bilisummaa kana jaalalaan walii keessan tajaajiluuf itti fayyadamaa+ malee, fedhii foonii hordofuuf carraa akka isiniif argamsiisu gootanii itti hin fayyadaminaa.+