1 Pheexiros 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akka namoota bilisa taʼaniitti jiraadhaa;+ taʼus bilisummaa keessan hammina hojjechuuf itti hin fayyadaminaa;+ kanaa mannaa, akka garboota Waaqayyootti jiraadhaa.+
16 Akka namoota bilisa taʼaniitti jiraadhaa;+ taʼus bilisummaa keessan hammina hojjechuuf itti hin fayyadaminaa;+ kanaa mannaa, akka garboota Waaqayyootti jiraadhaa.+