Uumama 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu Saaraan, “Erga umuriin koo sokkee fi gooftaan koos erga dulloomee booda dhuguma gammachuu kana argachuu nan dandaʼaa?”+ jettee garaa ishiitti kolfuu jalqabde. Efesoon 5:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Taʼus, tokkoon tokkoon keessan akkuma of jaallattanitti haadha manaa keessan jaalladhaa;+ karaa biraa immoo, haati manaa abbaa manaa ishiitiif ulfina guddaa haa kennitu.+
12 Kanaafuu Saaraan, “Erga umuriin koo sokkee fi gooftaan koos erga dulloomee booda dhuguma gammachuu kana argachuu nan dandaʼaa?”+ jettee garaa ishiitti kolfuu jalqabde.
33 Taʼus, tokkoon tokkoon keessan akkuma of jaallattanitti haadha manaa keessan jaalladhaa;+ karaa biraa immoo, haati manaa abbaa manaa ishiitiif ulfina guddaa haa kennitu.+