Ibroota 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Saaraan umuriin dhala godhachuu itti dandeessu kan darbe taʼus, ulfaaʼuuf* amantiidhaan humna argatte;+ ishiin inni waadaa gale sun amanamaa taʼuu isaa yaaddee turte. 1 Pheexiros 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Saaraan Abrahaamiin “gooftaa koo” jettee waamuudhaan isaaf ni ajajamti turte.+ Isinis waan gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi sodaadhaan yoo moʼamuu baattan+ ijoollee ishii taatu.
11 Saaraan umuriin dhala godhachuu itti dandeessu kan darbe taʼus, ulfaaʼuuf* amantiidhaan humna argatte;+ ishiin inni waadaa gale sun amanamaa taʼuu isaa yaaddee turte.
6 Saaraan Abrahaamiin “gooftaa koo” jettee waamuudhaan isaaf ni ajajamti turte.+ Isinis waan gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi sodaadhaan yoo moʼamuu baattan+ ijoollee ishii taatu.