Fakkeenya 3:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Naasuu akka tasaa dhufu kam iyyuu,Obomboleettii hamoota irratti dhufaa jirus+ hin sodaattu.+ Filiphisiyus 1:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 akkasumas karaa kamiin iyyuu diinota keessan hin sodaatinaa. Kun isaan akka badan,+ isin garuu fayyina akka argattan+ kan mirkaneessu dha; kunis Waaqayyo biraa kan kenname dha.
28 akkasumas karaa kamiin iyyuu diinota keessan hin sodaatinaa. Kun isaan akka badan,+ isin garuu fayyina akka argattan+ kan mirkaneessu dha; kunis Waaqayyo biraa kan kenname dha.