-
Luqaas 21:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Jabaattanii dhaabbachuudhaan lubbuu keessan ni oolfattu.+
-
-
2 Tasalonqee 1:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ariʼatamaa fi rakkina isin irra gaʼe hunda keessatti jabaattanii dhaabbachuu keessanii fi amantii argisiistaniin kan kaʼe,+ nuti mataan keenya gumiiwwan Waaqayyoo gidduutti isiniin ni boonna.+ 5 Kun Waaqayyo murtii qajeelaa akka kennu kan argisiisu dha; kanaan kan kaʼes, Mootummaa Waaqayyoo isa isaaf jettanii rakkachaa jirtan sana argachuun kan isiniif malu akka taatanitti ilaalamtu.+
-