Hojii Ergamootaa 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+ Roomaa 8:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+ 2 Ximotewos 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+
22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+
17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+
12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+