Uumama 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis Waaqayyo, “Bishaanota gidduutti hawaan haa taʼu;+ bishaanonnii fi bishaanonnis gargar haa baʼan”+ jedhe. Uumama 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis Waaqayyo, “Bishaanonni samii jalatti argaman bakka tokkotti walitti haa qabaman; dachee gogaanis haa mulʼatu” jedhe.+ Akkuma kanas ni taʼe.
6 Achiis Waaqayyo, “Bishaanota gidduutti hawaan haa taʼu;+ bishaanonnii fi bishaanonnis gargar haa baʼan”+ jedhe.
9 Achiis Waaqayyo, “Bishaanonni samii jalatti argaman bakka tokkotti walitti haa qabaman; dachee gogaanis haa mulʼatu” jedhe.+ Akkuma kanas ni taʼe.