1 Tasalonqee 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu.
9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu.