Yohaannis 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Wanti karaa isaa taʼe jireenya ture; jireenyi immoo ifa namootaa ture.+ Yohaannis 6:68 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 68 Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?+ Ati dubbii jireenya bara baraa qabda.+
68 Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?+ Ati dubbii jireenya bara baraa qabda.+