Yohaannis 15:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+ Hojii Ergamootaa 4:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Nuti garuu, waaʼee wantoota dhageenyee fi arginee dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu.+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+