20 Nuti garuu lammiilee+ samii ti;+ fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis Gooftaa Yesuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna;+ 21 inni humna isaa isa guddaa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhuun, qaama isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf+ qaama keenya isa dadhabaa ni jijjiira.+