LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kanaafuu, mulʼachuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hawwiidhaan yommuu eeggattan,+ kennaan tokko illee matumaa isinitti hin hirʼatu.

  • 1 Tasalonqee 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 kana kan gootanis Ilma isaa isa samii irraa dhufu,+ isa inni duʼaa kaasee fi dheekkamsa dhufu jalaa nu oolchu,+ jechuunis Yesuusiin eeggachuuf jettanii ti.

  • Tiitoo 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 akka kanaan abdii gammachiisaa,+ akkasumas mulʼachuu Waaqa keenya isa guddichaa fi mulʼachuu Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos eegganna;

  • Ibroota 9:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 haaluma wal fakkaatuun, Kiristoos cubbuu namoota hedduu baachuuf+ yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha of dhiheesseera; yeroo lammataatiif kan dhufu garuu cubbuu balleessuuf utuu hin taʼin, warra fayyina argachuuf cimsanii isa eeggatanitti mulʼachuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi