Yaaqoob 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa. Yaaqoob 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haaluma wal fakkaatuun, amantiin hojiidhaan hin deggeramne kophaa isaatti duʼaa dha.+
22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.