LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dambiiwwan koo fi heerawwan koo eegaa; namni akkana godhu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.+ Ani Yihowaa dha.

  • 1 Saamuʼel 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan hamma dubbii Yihowaatiif ajajamuutti gammadu, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan kan biraatti ni gammadaa?+ Ilaa, ajajamuun aarsaa irra,+ xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuunis cooma+ korbeessa hoolaa irra ni caala;

  • Maatewos 7:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti.

  • 1 Yohaannis 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yaa ijoolle, namni tokko illee isin hin dogoggorsin; akkuma inni sun qajeelaa taʼe, namni qajeelina hojjechuu amaleeffate qajeelaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi