LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, Waaqayyo duratti qajeelota kan jedhaman warra seera dhagaʼan utuu hin taʼin, warra seera hojii irra oolchani dha.+

  • Yaaqoob 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.

  • 1 Yohaannis 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees, addunyaanii fi hawwiin isaa darbaa jiru,+ namni fedhii Waaqayyoo raawwatu garuu bara baraaf jiraata.+

  • 1 Yohaannis 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi