Faarfannaa 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Qajeelonni lafa ni dhaalu,+Bara baraafis ishii irra ni jiraatu.+ Maatewos 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti. Yohaannis 6:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Sababiin isaas, fedhiin Abbaa kootii namni Ilma beekee isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatu+ dha; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”+
21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti.
40 Sababiin isaas, fedhiin Abbaa kootii namni Ilma beekee isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatu+ dha; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”+