20 kanas kan gootu, Waaqa kee Yihowaa jaallachuudhaan,+ sagalee isaa dhagaʼuudhaan, akkasumas isatti maxxanuudhaani;+ sababiin isaas, inni jireenya kee ti; biyya Yihowaan abbootii kee Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakate keessattis bara dheeraa kan si jiraachisu isa dha.”+