Faarfannaa 37:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Garraamonni garuu lafa ni dhaalu,+Nagaa hedduu argataniis baayʼee ni gammadu.+ Faarfannaa 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Qajeelonni lafa ni dhaalu,+Bara baraafis ishii irra ni jiraatu.+