Keessa Deebii 30:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sababiin isaas, ati akka isa raawwattuuf+ dubbichi baayʼee sitti dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jira.+ Hisqiʼel 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “‘“Achiis namni isaaniin hordofu ittiin jireenya akka argatuuf,+ dambiiwwan koo isaaniif nan kenne; heerawwan koos isaanitti nan beeksise.+ Yaaqoob 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.
14 Sababiin isaas, ati akka isa raawwattuuf+ dubbichi baayʼee sitti dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jira.+
11 “‘“Achiis namni isaaniin hordofu ittiin jireenya akka argatuuf,+ dambiiwwan koo isaaniif nan kenne; heerawwan koos isaanitti nan beeksise.+
22 Taʼus dubbicha hojii irra kan oolchitan taʼaa+ malee, sababii sobaa dhiheessuudhaan dhagaʼuu qofaan kan of gowwoomsitan hin taʼinaa.