LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Yohaannis 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yaa ijoolle, kun saʼaatii dhumaa ti; akkuma dhageessan mormituun Kiristoos dhufaa jira,+ ammuma iyyuu mormitoonni Kiristoos baayʼeen kaʼaniiru;+ kun saʼaatii dhumaa taʼuu isaa kanaan beekna.

  • 1 Yohaannis 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuus, Kiristoos taʼuu isaa kan ganu malee sobduun eenyu?+ Inni mormituu Kiristoos+ isa Abbaa fi Ilma ganu dha.

  • 1 Yohaannis 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Yesuusiif beekamtii hin kennine hundi garuu Waaqayyo biraa kan dhufe miti.+ Kana malees, kun isa akka dhufu dhageessanii+ fi mormituun Kiristoos sun geggeessaa hafuuraatiin dubbate dha; inni ammuma iyyuu addunyaa keessa jira.+

  • Yihudaa 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanan isiniif barreessu, namoonni murtiin kun akka isaan eeggatu yeroo dheeraa dura Kitaabota Qulqulluu keessatti dubbatame tokko tokko loʼanii isin gidduu waan galaniifi; isaan namoota Waaqayyoon hin sodaanne siʼa taʼan, gaarummaa guddaa Waaqa keenyaatiin qabatanii addaggummaa*+ raawwatu; Yesuus Kiristoos isa kan ofii nu godhatee fi Gooftaa keenya taʼes ni ganu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi