LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Tasalonqee 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni tokko illee haala akkamiitiin iyyuu karaa irraa isin hin jalʼisin;* sababiin isaas, guyyaan Waaqayyoo jalqaba gantummaan+ sun utuu hin dhufin, akkasumas namni seera mormu+ inni ilma badiisaa+ taʼe sun utuu hin mulʼatin hin dhufu.

  • 2 Pheexiros 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Haa taʼu malee, akkuma raajonni sobaa saba sana gidduu turan, isin gidduuttis barsiisonni sobaa ni kaʼu.+ Namoonni kun gareewwan amantii badii geessisan dhoksaadhaan ni hundeessu, akkasumas gooftaa isa isaan bite+ illee gananii badiisa hatattamaa ofitti fidu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi