-
Tiitoo 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Tiitoo ilma koo isa dhugaa, isa amantiidhaan tokko taaneef:
Waaqayyo Abbaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus biraa gaarummaa guddaanii fi nagaan siif haa taʼu.
-