LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?

  • Maarqos 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kun anaaxicha+ ilma Maariyaam+ mitii? Obbolaan isaa Yaaqoob,+ Yoseef, Yihudaa fi Simoon+ mitii? Obboleettonni isaas nuu wajjin as jiru mitii?” Kanaafuu, isatti ni gufatan.

  • Galaatiyaa 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 isaan gaarummaa guddaa naaf kenname+ yommuu argan, Yaaqoob,+ Keefaasii* fi Yohaannis warri utubaatti fakkeeffaman, anii fi Barnaabaas+ gara saboota kaanii akka dhaqnu, isaan immoo gara warra dhaqna qabatanii akka dhaqan harka isaanii mirgaa nuu kennuudhaan walii galuu isaanii ibsan.

  • Yaaqoob 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Yaaqoob+ isa garbicha Waaqayyoo fi garbicha Gooftaa Yesuus Kiristoos taʼe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaʼaniif:

      Nagaan isiniif haa taʼu!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi