LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Waaqayyoon hin abaarin;+ geggeessaa* saba kee gidduu jirus hin abaarin.+

  • 2 Pheexiros 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 keessumaa immoo namoota qaama warra kaanii xureessuu barbaadanii+ fi aangoo* tuffatan+ guyyaa murtiitiif ni tursa.

      Isaan ija jabeeyyii fi yaada mataa isaaniitiin kan geggeeffaman waan taʼaniif, warra ulfina qaban arrabsuu hin sodaatan;

  • 3 Yohaannis 9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani wanta tokko gumichaaf barreesseen ture; taʼus, Diyooxiraaxis inni isaan gidduutti dura buʼaa taʼuu barbaadu+ waan tokko illee kabajaan+ nu irraa hin fudhatu. 10 Ani yoon dhufe, hojii inni hojjetu, jechuunis dubbii hamaa inni waaʼee keenya babalʼisu kanan saaxilu kanaafi.+ Kun iyyuu isatti hanqatee, obboloota+ kabajaan hin simatu; warra isaan simachuu barbaadanis dhowwuu fi gumii keessaa ariʼuuf yaala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi