-
2 Pheexiros 2:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 daandii jalʼinaa hordofaniin deebisanii miidhaa ofitti fidu.
Isaan guyyaadhaan illee fedhii foonii guuttachuutti+ ni gammadu. Namoonni kun xurii fi mudaa siʼa taʼan, yommuu affeerraa keessan irratti isinii wajjin argaman barumsa isaanii isa gowwoomsaa taʼeen warra kaan gowwoomsuutti baayʼee gammadu.+
-